Xurree ittiin seenan

Breaking News

Somaaliyaa gama kibbaa ganda Lug Habare jedhamtu cinatti Ajajaan waraanaa kan Somaaliyaa fi waardiyyonni isaa 3 al-shabaabiin eega butamanii booda ajjefamuu aangawonni ibsanii jiru.

Letenaa Koloneel Abdurahman Abrone kokolaataa har’a akka lakkobsa biyyatitti walakkaa guyyaa irratti ajjefaman.Angawoonni akka jedhanti hidhattonni haleellaa kana geesisan dhukaatoota Rokeetaan darbaman fi meeshaalee gurguddoo gargaaraman.Sana booda humnootii waraanaa mootummaa wajjiin wal waraanana.

Moqadishoo irraa gara gama kibba dhiyaatti kiloo meetra 180 irratti magaalaa argamtuu Burhakaba jedhamtu keessa waraana jiraniif Abroneen ajajaa kutaa turan.Maddeen akka jedhanti Abrooneen akka hamaatti eega madaa’ee booda hidhattoota qabatanii ajjesan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG