Xurree ittiin seenan

Breaking News

Arsenal Gurbaa Gaabon kana, Pierre-Emerick Aubameyang Euro Miliyon 60n Bundesliga Irraa Bitachuutti Jirti


Pierre Emerick Aubameyang
Pierre Emerick Aubameyang

Gurbaaa ganna 28 kana horii miliyooa hedduun bitachuuf jala maraa bahan.

Bundesligaan Euro miliyooana 50n gurguruu diddee oofuma ooftee miliyoona 60n geetteef.

Pierre Emerick Aubameyang
Pierre Emerick Aubameyang

Arsenaal qarallee Henrikh Mkhitarya Dortmun keessaa bitatte,gurbaa kanallee gatiin wal dadhaban malee marroo lama bitachuu feete.

Taatullee haga kilabiin Pierre tun, Bundesliga, Dortmund nama isa fulaa bu’u argattutti gadi hin dhiisan.

Gurbaa kana kontoraata ganna sadiitiin bitatan ji’atti mindaan isaa Euro €180,000 ti jechuu.

Pierre emerick Aubameyang
Pierre emerick Aubameyang

Barana qofa Pierre tapha 24tti goolii 21 Dortmundii galche.Nama kana bara 2013 Euro miliyoona 13tiin bitatan gaafasii asitti goolii 141 galche.Biyya isaa Gaaboniif ammoo marroo 56 taphatee goolii 23 galche.

Arsenaaliin amma innii itti dabalmu tun sadarakaa EPL Keessaa jaheesssoo jirti. Lakkoofsa 17 keeyyatee jidduu taphata taatullee fulaa hedduu dandahana

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG