Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyya Alaatti Mormii Dhageesisnuuf Firoottan Keenya Biyya Keessaa Dararamuu: Dhalattoota Bulchiinsa Naannoo Somaalee


 Itti gaafatamaa paartii mormituu Dulmid Did damee MN,obboo Umer Dol
Itti gaafatamaa paartii mormituu Dulmid Did damee MN,obboo Umer Dol

Hawaasa Somaalee Minisootaa jiraatuu fi yaaddoo isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00

Pirezidaantii bulchiinsa naannoo Somaalee fi michoota isaanii hangi tokko dhittaa mirga namoomaa dhaqqabsisaa jiru jechuun biyya alaa keessa kan jiran dhalattonni naannoo Somaalee waan sochii godhaniif jecha firoottan keenya biyya keessaa hidhamaa dorsifamaa fi qabeenyaan isaanii fudhatamaa akka jiru dubbatu.

Knaafis akka ragaatti baatii darbee Minisootaa keessatti garee Dulmii Diid jedhamu hundeessuun walgahii eega gaggeessanii booda maatiwwan isaanii biyya keessa jiran irratti tarkaanfiin fudhatamu ibsan.

Haala kanas mootummaan Federaalaa akka hubatu gochuuf xalayaa erguu isaanii fi mootummaanis mirga lammiwwan isaanii kabajsisuuf dirqamnii akka irra jiru hubachiisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG