Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaaltuun Gonfoo Saaudii Ameerikaa Daawwataa Jiran


Dhaaltuun gonfoo Saudi Arabiyaa Mohammed bin Salman har’a White Housetti prezidaant Traamp waliin wal arguuf jiru. daawwannaan isaanii kunis kan hammaataa dufe muddama Saudi Arabiyaa fi Iraan gidduu jiru ilaalchisee mari’achufu jecha.

Angawaa gameessi White House tokko akka jedhanitti mariin isaanii kun fooya’ina argamsiisuuf waa’ee Iraan naannoo sana sabatiinsa dhorkuu ilaalchisee mari’achuuf carraa gaarii dha.

Mohammed Bin Salman gaaffii fi deebii caasaa oduu CBS waliin geggeessaniin hoogganaa Iraan Hitler waliin wal fakkeessuu dhaan Iraan yoo meeshaa nukleraa oomishte Saaud Arabiyaan itti aanti jedhanii turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG