Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Namoomaa DRC Hammaate: Tokkummaa Mootummootaa


Arjoomtonni sadarkaa addunyaa baatii dhuftu Jenevaa keessatti wal arguu dhaan rakkoo namoomaa republikii demokraatawaa koongoo hammaataa adeemee fi uummata miliyoona 13 gargaaruuf rakkoo maallaqaa mudate irratti mari’achuuf jiru.

Rakkoon namoomaa walitti bu’iinsa biyya keessaan mudate kun waggaa darbe dacha dhaan dabaluu hoogganaan kutaa gargaarsa namoomaa kan tokkummaa mootummootaa Mark Lowcok miseensota gola naga eegumsaaf kaleessa ibsaniiru.

Tokkummaan mootummootaa waggaa kana deggersa doolaara biliyoona 1.7 argachuuf abdatee ture.

Kunis kan bara 2017 gaafatame dacha afuriini.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG