Xurree ittiin seenan

Breaking News

Suuraalee :Baqattoota Oromoo Dambalaa Fachaanaa Qubatanii Jiran

Ajjeechaa Moyyaaleetti ta'een booda lammileen Oromoo Keeniyaatti baqatan amma Solooloo bakka Dambalaa Fachaanaa jedhamu jiru. Jaarmayaan Mootummootaa haga yoonaa baqattoota gara kuma 10 ta'an ka galmeessee​ ta'uu beeksise.

Baqattoonni kunneen hedduun isaanii uffata uffatanillee hin qabani, haga qe'ee dhiisanii dhufanitti nageenyi bu'uttis ofirra deebi'uu akka hin deebine ka himan.

Jaarmayaa Mootummootaatti Dameen Dhimma Baqataa UNHCR baqattoota kana keessaa garri caalu daa'immanii fi haadholii ta'uu hima.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG