Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawoonni Bulchiinsa Prezidaant Traampiif Hojjatan Angoo Gadhisuun Itti Fufee jira


Prezidaantii Donaald Traampiif gorsaa waa’ee nageenyaa gameessa kan ta’an Tom Bassert har’a ituu hin yaadamin aangoo gadhisanii jiru.

Maaliif aangoo akka gadhiisan ifa miti.Garu kan yaada ofii irratti cichan John Boltan tramp aanoo qabatanii ji’a 15 keessatti gorsaa nageenyaa isa sadaffaa ta’uun aangoo eega qabatanii guyyaa tokko booda Baaseert har’a aangoo gadhiisan.

Bloomberg fi CNN akka gabaasanti Bassert gaaffii Bolton biraa dhiyaateen ituu hin yaadamiin har’a aangoo gadhiisan.

Umriin isaanii 43 kan ta’e Bossert erga guyyaa Traamp kakatanii aangoo qabatanii as waliin hojjataa turan

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG