Xurree ittiin seenan

Breaking News

Malaazhiyaan jaarsa ganna 92 akka inni biyya bulchu filatte

Mahathir Mohamad, former Malaysian prime minister and opposition candidate for Pakatan Harapan (Alliance of Hope), attends a news conference after the general election, in Petaling Jaya, Malaysia, May 9, 2018.

Mahataahir Mohamad, akka amma filatankun durii muummee minsitera Malaazhiyaati.Amma paartii momrmituu keessaa filatame.

Bara hujii fixatee taa’e amma itti deebi’ee dorgomee paartii ganna 62 sun biyya sun bulchaa baate National Front coalition moo’ate.

Mohaammadii fi paartiin isa Isaa Alliance of Hope bara hujii haaraa jalqaban. Muummeen ministera Maleezhiyaa Najib Razakilleen ya moohamee jedhee eebbisee kenneef.

“Humna qabu cufaan biyya tana bulchuuf seera Malaazhiyaatiin biya bulchuuf kakadha,” jedhee hujii jalqabe.

Malaazhiyaan biyya Eezhiyaa gama Kaaba Bahaatiin qubattuu akka henna bara 2106 nama miliyoona 31.19 keessa qubata.

Jaarsi kun bulchoota ganna kanaan biyya bulchuutti jiran keessaa nama qaraati.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG