Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon Liibiyaa Muddee Keessa Akka Geggeessamu Walii Galtee Irra Ga’ame


Hoogganoonni wal fincilan afur kan biyya waraanaan bututte Liibiyaa Muddee 10 filannoo geggeessuuf har’a walii galaniiru.

Hoogganoonni sun walii galtee kana kan mallatteessan xumura gumii Paaris keessatti geggeessamee irratti yoo ta’u kunis filannoon nagaa qabeessi akka ta’u illee walii galaniiru.

Danqaan ykn jiddu seenins adeemsa filannoo Sanaa kam iyyuu fudhatama hin qabu, kanneen itti itti gaafatamoo ta’an illee murtiitti dhiyaatu jedhameera.

Kan gumii sana qoopheessan prezidaantiin Ferensaay Emmanuel Macron hoogganoonni wal fincilan kan Liibiyaa caasaa siyaasaa biyyattii tasgabbeessu

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG