Xurree ittiin seenan

Breaking News

Arbenyochi Ginbot 7 'jijjiirama Itoophiyaa keessatti deemuutti jirutti dabalamuuf qabsoo dhaabe'


Ginbot 7
Ginbot 7

Dhaabii kun paartii mormituu Itoophiyaa biyya alaa jiran keessaa tokko. Bara 2008 keessaa obboo Andargaachoo Tsigeetii fi Dr.Birhaanuu Neggaa faatii yayyaba.

Jijjiirama maqaa qabu Itoophiyaa keessatti hojjachuuf jedhee hojjachaa bahe dhaabii kun.

Ibsa hardha baasaniin ammoo Itoophiyaa keessaa sochii karaa nagaatii alaa cufaa ufi irraa dhiisaa jedhe.Miseesa paartii isaaniilleetti tanuma dhaamtan bulchootii Giboot-7

Akka jecha paartii tanaatti wannii Dr. Abiyyi Ahmed hojjachuutti jiru siyaasaa Itoophiyaa jeequmsa keessaa baasuu. Kun ammoo waan nama jajjabeessaatii jedha ibsii bahe.

Kun ammoo siyaasaa karaa qaroomee fi karaa nagaatiin nama deemisfachiisisa ibsii dhaabaa kanaa.

Arbenyochi Ginbot 7 dimokiraasii Itoophiyaatii qabsaahuuf jijjiirama Itoophiyaa keessatti deemuutti jiru kanatti dabalamee hojjadhaa jedha.

Mootummaan Itoophiyaa paartii tanaa dhaaba biyya nagaa dhowwu jedhee armaan duratti itti muree ammallee maqaa sun irra fuudhuu baatullee irraa fuudhuuf hujiitti jiran jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG