Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli mootummaan Eeertira gorsaa fi hogganaa dhimma siyaasaa biyyatti Yamane G/Abiin hogganame Kibxata harraa Itiyoophiyaa seenera

Jilli mootummaa Eertiraa Kibxata harraa gara Itoopihyaatti imale muumicha ministiraa Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad fi ministirii haajaa alaa biyyitti Dr. Warqinaa Gabayyootiin buufata xiyyaaraa Booleetti simatame
Biyyoonni lamaan oggota 20 booda mariidhaa ta’uuf deeman

XS
SM
MD
LG