Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaasa Wal Falmisiisaa Prezidaant Traamp Baasan


President Donald Trump points to a supporter after speaking during a rally Tuesday, Aug. 21, 2018, in Charleston, W.Va.
President Donald Trump points to a supporter after speaking during a rally Tuesday, Aug. 21, 2018, in Charleston, W.Va.

Gabaasa wal falmisiisaa ta’e kan prezidaant Donald Traamp shoroorkaa fi dhimmi immigreshinii walitti hidhuun baasan irratti gareen angawoota naga eegumsaa duraanii duubatti dhiibaa jiru.

Akka jecha garee kanaatti gabaasni kun haleellaa shoroorkeessotaa Amerikaa keessatti dhaqqabe godaantoota biyya biraa irraa dhufuun Amerikaa keessa qubatan irratti quuba qabuun dhaamsa dogoggoraa dabarsa jedhan.

Gareen aangawoota nageenyaa duraanii kun abbaa alangaa mummicha Jeff seeshin fi ministeera tika nagaaf akkasumas aangawoota kanneen biroof xalayaa kamiisa kaleessaa ergeen gabaasii kun ergaa dogoggorsaa kan dabarsuu fi yaaddoo waan uumeef jecha gaaffilee deddebi’aa jiraniif bulchiinsii jiru deebii akka kennu gaafatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG