Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattonni Qorannaaf Bobba’an Gojjam Dhiyaa Keessatti Ajjefaman


Yunivarsitii Finfinnee keessatti digrii Doktorummaa hordofaa kan jiraniif kanaafis kan isaan gargaaru qorannaa gaggeessuuf gara Gojjam dhiyaatti imalanii kan turan barattonni lama ajjefamanii ka biraa sadaffaan madaa’uun ibsamee jira.

Bulchiinsa naannoo Amaaraaf itti gaafatamaa waajira komunikeshinii ka ta’an Obbo Innimaawu Daanyaachoo akka ibsanti iddoo gochaan kun itti gaggeeffame aanaa Qolalaa magaa Addis Alam keessatti ta’u beekamee jira.

Barattonni sadeen mana barumsaa magaala keessa jiru tokotti Qorannaaf kan ta’u fincaanii fi bobbaa walitti qabaa ituu jiranii nannoo sana keessatti barattonni sadii ajjefaman oduu jedhu kanneen dhaga’an jiraattonni naannoo haleellaa hamaa irraan ga’aniin lama lubbuun isaanii darbee kan biraa tokko akka hamaatti midhamuu obbo Innemaaw Daanyaachoo ibsuu isaanii Tsiyoon Girmaa Gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG