Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daandiin Alaamaaxaa Fi Qobboo Gidduu Cufaa Jira


map of Ethiopia

Bulchiinsa naannoo Tigraay fi bulchiinsa naannoo Amaaraa kan wal agarsiisu daandiin Alaamaaxaa Qobboo kokolaataaf eega cufaa ta’e guyyaa 4 darbee jira.

Daandii kana kan cufan Alaamaaxaa keessatti hidhaman akka hikamaniif kan gaafatan dargaggoota magaala Qobboo ti jedhama.

Waajirri Polisii godina Walloo kaabaa akka beeksiiseetti rakkoo kana furuuf mariin gaggeeffamaa jira.

Jiraattonni magaalaa Alaamaaxaa kanneen yaada kennan akka jedhanti/ daandiin kun cufamuun hojii keenyatti gufuu nutti ta’e jedhu.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG