Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni 78 Kameeroon Keessaa Ukkaamsamanii Butaman

Namoonni qawwee hidhatan kan eenyummaan isaanii hin beekamne ijoollee barattotoaa 78 fi hoogganaa mana barnootaa Presbyterian kan Kaameeroon kaaba gama dhiyaa ukkaamsanii butuun gabaasamee jira.

Bulchaa kan ta’an Deben Tchoffo butamuu namoota kanaa kan ganda Kkwen Bameendaa keessaa mirkaneessaniiru. Naannoon kun kutaa biyyattii Afaan Ingliffaa dubbatan.

Eenyu ykn maaliif yakki kun akka raawwatame waan ibsame hin jiru.

This item is part of
XS
SM
MD
LG