Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maadaagaaskaar Keessatti Hoogganaa Haaraan Filame

Maadaagaaskaar keessatti, hoogganaa haaraa dinagdee biyyattii fooyyessuu fi malaammaltummaa dhabamsiisuutti abdatan filataa jiran.

Rakkoo siyaasaa Madaagaaskaar furuuf yeroo carraaqqiin godhamaa jirutti, kaadhimamtoota sadii dursummaadhaan wal dorgoman keessaa tokkoo ka tahan – Andirii Raajoliinaa, hoogganoota biyyattii duraanii waliin dorgomaa jiran.

Prezidaantii taayitaa irra jiran – Herii Raajaa–Onaarimaam-Piyaaniinaa, kan seera filannoo biyyattii jijjiiruu yaalan irratti fincila ka’ee ture tu, akka isaan gad-taa’anii mari’achuun filannoof haala miijessan dirqsiise.

This item is part of
XS
SM
MD
LG