Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni Kaameruun Tibbana Mana Barumsaati Butamani Fudhataman Gadhiifamuun Himame


Hoogganoonni waldaa kiristaanaa Prispiteeriyaan kan Kaameruun, kannneen daarektara mana-barnootaa waliin butamanii fudhatamanii turan - barattoonni 79 gad-lakkisamuu isaanii dubbatanii jiru.

Kaaba-lixaa biyyattii bakka hidhattoonni walabummaa naannoo Afaan Ingilizii dubbatuuf falmanii – magaalaa Baamendaa keessatti, Wixata dabre kana, barattoonni kunii fi hoogganaan mana barnootaa waldaa Pripiteriyaan butamanii fudhataman.

Viidiyoo ijoollee sanaa miidiyaa hawaasummaa irratti facaasamee turee irratti, kannneen “Ambaa Boys” ofiin jedhan – hidhattoonni kutaa Ambaazooniyaa irraa walabummaa naannoo Afaan Ingilizii dubbatuuf falman, “kan ijoolleen kun gad-lakkisaman, gaafa naannoon keenya bilisoome qofa” jechuun akeekkachiisanii turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG