Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Wixata Ukkaamsamanii Butaman Barattoonni Kameeroon Qe’eetti Deebi’an


Ijoolleen barattootaa Kaameeroon 80 jalqaba torban kanaa mana barnootaa keessaa ukkaamsamanii butaman deebi’anii jiru.

Barattoonni kun kaleessa magaalaa Bafut jedhamtu kan Bamenda irraa fageenya km 18 irratti argamtu keessatti gad dhiisaman. Barattoonni kun Wiixata ganama mana barnootaa Presbiteeriyaan kan Bamendaa keessaa qabaman.

Sababaan barattoonni kun gad dhiisamaniif ifaa miti. Hojjettoonni mana barnootichaa afur hoogganaa mana barumsichaa dabalatee amma iyyuu akka qabamanitti jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG