Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koriyaan Kaabaa Marii Amerikaa Waliin Karoorfatte Yeroo Biraatti Dabarsite: Nikki Helii


Marii sadarkaa olaanaa Yunaaytid Isteetes fi koriyaa kaabaa giddutti torban kana gaggeeffamuuf karoorfame yeroo biraatti kan dabrsee koriyaan kaabaa ta’u tokkummaaa mootummotaatti Ambaasaaddarri Amerikaa Nikki Helii beeksiisan.

Ministeerri danta alaa Amerikaa Maayk Pompiyoo Kamiisa kaleessaa gorsaa gameessa hogganaa Koriyaa kaabaa Kiim Yong Chol waliin wal arguuf turan.

Kunis wal argee seena qabeessa kiim jong un fi prezidaant Traamp gaggeessan irratti walii galtee mallatteessan attamiin gara fuula duraatti tarkaanfachisuun akka danda’amu irratti mari’achuuf turan.

Yeroo sana koriyaan kaabaa sagantaa nukleeraa qabdu akka cuftuuf gaafatamtee turte.Golli naga eegumsaa walgahii cufataan gaggeesse duras ta’e booda tuuta oduuf ibsa kan kennan Heliin walgahiin kun yeroo biraatti darbuu isaaf sababaa jabaan jira jedhee hin yaadu jedhan.

Garu Raashiyaan uggura Baankii koriyaa kaabaa irra ka’ame akka ka’uuf fedhii agarsisaa jirtu kan ilaaleen Heliin jechaan dhahan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG