Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ehama Hojii Gazexxeessaa Jim Akaastaa Debinee Harkaa Fudhuuf Karoora Qabna.Waayit Haawus


Oduu Gabaasaan CNN Jim Akaastaa mooraa masaraa mootummaa seenee akka hin gabaasneef ehama isaa irra deebinee kaasuuf karoora qabna jedha bulchiins prezidaant Traamp.

Ehamii hojii inni qabau baatii Sadaasa kan dhuma yeroo itti hojii irra oolu fixate jedha Waayit Hawuus.Prezidaantiin Amerikaa Donaald Traamp torban lama dura tuuta oduuf ibsa kennan keessatti gaaffii fi deebii gaggeeffame keessatti falmii uumameetu gazexxeessaan kun akka mooraa sana hin seenne uggursiise.

Sana booda gazexxeessaan kun mana murtiitti waan hiamteef ehamnii isaa akka deebi’uuf muramee ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG