Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Kibxata Hoogganoota paartilee Mormituu Waliin Wal Arguuf Jiru


Kibxata dhuftu hoogganoota garee mormituu waliin wal argu jedhamee kan eegamu Muummichi minsiteeraa Abiy Ahimed filannoo bara 2012 kan haqaa fi walaba gochuu ka dandeessisu tarkaanfilee fooya’iinsaa irratti kan mari’atan ta’uu waajjirri isaanii beeksiseera.

Waamichi muummichi ministeerichaa paartileef ergan akka mul’isutti biyya keessa kanneen sosso’anii fi paartileen alaa deebi’an martinuu marii sanatti afeeramaniiru.

Filannoon bara 2012 kun yeroo qabameefitti geggeessamuu isaa kan murteessu adeemsi qaamotii walabaa fi loogii irraa walaba ta’an hundeeessuu xumuramuu akka ta’e hoogganoonni paartilee mormituu dubbataniiru. Filannoon bara 2012 yeroon isaa dhiiratinna moo yeroo qabameefitti geggeessama? Hoogganoonni gareelee mormituu yaada gama isaanii kennaniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:15 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG