Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Naannoo Tigraay Keessatti Angawoonni Ummata Dubbisaa Jiru


Itti aanaa bulchaa bulchiinsa naannoo Tigraay Dr. Debre Tsion Gebre Mikaaeeliin kan durfamuu gareen aangawoota sadarkaa olaanaa godinaalee bulchiinsa naannoo Sanaa keessatti daw’annaa gaggeessaa fi bakka bu’oota uummataa waliin marii gaggeessaa jiru.

Dawwannaan kunis hanga baatii waxabajjii dhufuutti kan itti fufuu yoo ta’u kunis rakkoo misoomaa fi bulchiinsa gaarii kan ilaaleen gaaffii uummata biraa dhiyaatu furuuf kan gaggeeffamu ta’u Dr. Dabra Xiyoon Gabra Mikaa’eel ibsanii jiru.

Marii gaggeeffame kanaanis uummanni gaaffii bara dheeraaf qabu kan itti dhiyeeffate ta’uunis ibsamee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG