Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaan Haleellaa Raawwatteen Loltoota Al Shabaab Galaafatte


Humni waraana US haleellaa qilleensa irraan Somaliyaa keessatti raawwateen miseensota al shabab 6 ajjeesuu isaa waaltaan ajaja Afriikaa kan ameerikaa ibsee jira.

Torban kana keessa haleellaalee qilleensa irraan raawwataman afur geggeessuu isaa waaltaan ajaja kun beeksisee jira.

Haleellaa Kanaan siivilota irra miidhaan kan hin geenye ta’uun illee ibsameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG