FINFINNEE —
Muummeen Minsitera Itiyoophiyaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Wallagga Dhihaa Xiyyaaraan Hin Haleellee Jechuun Haalan
Akka ibsa waajjira muummee ministera Itiyoophiyaatti Raayyaan Ittisa Bittaa Wallaggaa Dhihaatti samii irraa xiyyaaraan haleellaa gaggeesse, oduun jedhu kan hundee hin qabne.
Dubbi himtuun waajiira kanaa Bilenee Siyuum akka jedhanitti, naannoo sanatti Raayyaan Ittisa Biyyaa mi’aa adda addaa fi looltoota helikoptaraan deddebisuu ture.