Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biiroon Nageenyaa naannoo Beenishaangul Gumuz humnoota farreen nageenyaa kan ittiin jedhe noota 203 qabe


Ethiopia map
Ethiopia map

Bulchiinsii naannoo Binishaangul namoota jeequmsa uuman jedhe 200 caalaa hidhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:22 0:00

Biiroon Nageenyaa naannoo Beenishaangul Gumuz humnoota farreen nageenyaa ittiin jedhe 203 qabuu isaa ibse jira.

Humnootni kunneen Sosochii Bilisa Baasaa uummata Bartaa jechuun kan of waamanii fi osoo haleellaa raawwachuuf leenjiirra jiranii to’atamuu isaaniiti Itti aanaan biiroo nageenyyaa naannoo Sanaa kan Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti ibsan.

Dhukaasuu qaama mootummaa fi humnoota kanneen jidduuti uumameen namootni lama ajjeefaman jedhan

Yaaliin Bakka bu'aa sosochii bilisa baasaa Saba Bartaa argachuuf ta’e hin Milkoofne .

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG