Xurree ittiin seenan

Breaking News

Antoniyoo Guteres Torban Kana Finfinnee Seenu


Koomishinera Baqattoota Tokkummaa Mootummootaa,Antooniyoo Guteres
Koomishinera Baqattoota Tokkummaa Mootummootaa,Antooniyoo Guteres

Koomishineerii Baqattoota Tokkummaa Mootummootaa Itoophiyaa Dhaquuf Karaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:15 0:00

Afrikaa KeessaaBarreessaa dureen Tokkummaa mootummotaa Antoniyoo Gutarrees walgahii gamtaa Afrikaa irratti argamuuf jecha torban kana gara Finfinneetti imaluuf ka jiran ta’uun beekamee jira.

Kunis Tokkummaan mootummotaa fi Gamtaan Afrikaa giddutti walta’iinsa jiru akkaan foyya’uu isaa akkasumas Afrikaan rakkoo gurguddaa qabdu keessaa hanga tokko irratti foyya’iinsa ni argamsiifti abdii jedhu qabaachu isaanii Gutarrees ibsanii jiru.

Walta’iinsa Tokkummaa Mootummotaa fi Gamtaa Afrikaa gidduu jajjabeessuun Afrikaa gama gargaaruun qooda olaanaa qaba jedhanii

Araara Itiyoophiyaa fi Ertraa giddutti tolfame bu’aa Diploomaasii nageenyaa ta’u isaa ibsan.

Hogganaa Sudaan Kibbaa Saalva Kiir fi mormituu isaanii Riik Machaar giddutti waliigaltee nageenyaa hojii irra akka olchan gama gochuun foyya’insii akka jiru ibsan.

Ripaablikii Demokraatawaa Kongoo keessatti filannoo gaggeeffameen namnii sagalee uummataa sadarkaa lammataan injifate jedhame prezidaantii ta’e kakatee aangoo qabachuu isaa maqaa dhahaan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG