Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falii namicha London tokko irraa HIV/AIDS balleessaniin waan addunyaanuu abdattu tahuutti jira


FILE - Test tubes filled with samples of bacteria to be tested are seen at the Health Protection Agency in north London.
FILE - Test tubes filled with samples of bacteria to be tested are seen at the Health Protection Agency in north London.

Miliyoona hedduu fixee miliyoona hedduutti ufi irratti hi beennee miliyoona 37 caalaa akka Tokkummaan Mootummootaa jedhutti HIV/AIDS qaba.

Doktorootii addunyaa karaa dhukkuba biyya balleesse kanaan falan ittuma jiran. Dhiyoo tanallee nama HIV/AIDS qabu tokko seelii nafa namaatiin akimanii dhiba sun keessaa dhaban

Tana waliin ogeeyyotii fayyaa tun marroo lama dhukkuba kana keessaa dhaban.Seelii nafa namaa keessaa…jechuun nafuma namaa keessa wa fuudhanii akimaniin.

Akka gabaasii barullee Nature irratti Bitootessa 3,2019 bahe abbaa barreeffamaa kanaa Ravindra Gupta University College London irraa jedhetti nama sun haga ji’a 18 asis]tti dhiba sun ya keessaa dhaban.

Namii kun ganna 15 duratti HIV irratti arganii ganna 7 duratti qorsa HIV fudhacuu jalqabe.Ganna lamaan duratti ammoo seelii nafa namaa keessaa fuudhanii akimaniin achumaan qorsa HIV dhiise.

Haga hardhaatti dhiba sun irratti hin garre.Ogeeyyitii fayyaa addunyaa waan akka kana aka dhiba kanaan wallaanan walti babarbaaduutti jiran. Waan argan kanaafillee kora yaaman.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG