Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Faransaay Daawwannaa Biyyoota  Sadiif Gara Afrikaa Qajeelan

Prezidaantiin Faransaay – Imaanu’eel Maakroon, daawwannaa biyyoota sadiif har’a gara Afrikaatti qajeelanii jiru.

Waa’ee waraana Faransaay Afrikaa keessatti bal’ifachuu, akkasumas hariiroo daldalaa, aadaa fi eegumsa qilleensa naannoo tolfachuutti fuuleffate – daawwannaan hoogganaa Faransaay kun.

Biyya duraan Kolonii turte – Jabutii dhaa ala, biyyoota ollaa sanaa humna qabeeyyii – Itiyoophiyaa fi Keeniyaa daawwachuuf jiran. Eega Keeniyaan bara 1963 kolonii irraa bilisoomtee as, prezidaantiin Faransaay biyyattii daawwachuun kun ka duraa tahuuf jira.

This item is part of
XS
SM
MD
LG