Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaa fi Biyyitii Hedduun Booying 737 MAX 8 Ji’a 6 Keessatti Nama 350 Caala Fixee Hujii Irraa Dhaabuutti Jiran


An American Airlines Boeing 737 Max 8, Mayaami New Yorktitti galuutti jira.LaGuardia Airport in New York, U.S., Bitootessa March 12, 2019. REUTERS/Shannon Stapleton - RC1BF8F505C0
An American Airlines Boeing 737 Max 8, Mayaami New Yorktitti galuutti jira.LaGuardia Airport in New York, U.S., Bitootessa March 12, 2019. REUTERS/Shannon Stapleton - RC1BF8F505C0

Booying 737 MAX 8 bara 2018 keesatti Malyeezhiyaatti nama 100 oli lafaan dhahee fixe,guyyaa sadiin duratti Itoophiyaatti nama 157 fixe. Walumatti bara dabree fi barana kana nama 350 caalaa fixe.

Booying 737 gosa lamatti jira; MAX 8 fi MAX 9. Amerikaan lamaanuu dhaabuuf hajajje.Akka gabaasa FAA,Dhaaba Qorannoo Daandii Qilleensa Amerikaatti addunyaa keessaa Boeing 737 MAX 8 dhibba hedduutti jira.

Xuyyuurii kun geejjiba qarooma jabanaatii hojjatan.Eegii innii ji’a jaha jeesatti nama fixeen asitti UK, Awustiraaliyaa, Kanadaa, Maleezhiyaa fi biyya hedduutti xuyyuura kana hujii irraa dhaabuutti jira.

Amerikaalleen hajaja pirezidaanti Tiraampi amma baaseen geejjiba xuyyuura kanaa dhaabuutti jirti.

Eegii innii guyyaa dheengaddaa Itoophiyaati nama fixee asitti biyya hedduu keessa xuyyuura kanaa qorachuuf hujii irraa dhaabe.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG