Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoophiyaa Karaa Sirrii Irra Jira: Angawaa Tokkummaa Mootummotaa


Itiyoophiyaatti angawaa sadarkaa ol aanaa kan tokkummaa mootummootaa, Enees Chumaa
Itiyoophiyaatti angawaa sadarkaa ol aanaa kan tokkummaa mootummootaa, Enees Chumaa

Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad foyya’iinsa argamsisuuf tarkaanfiin fudhachaa jiran salphaa akka hin taanee kan ibsan Itiyoophiyaatti angawaa sadarkaa ol aanaa kan tokkummaa mootummootaa Enees Chumaa qormaanni mudataa jiranis ija Kanaan ilaalamuu akka qaban hubachiisan.

kan amma aangoo irra jiru mootummaan Itiyoophiyaa karaa sirrii irra deemaa akka jiru kan ibsaniikunis hawaasa addunyaa biraa beekkannoo akka qabu milkaa’ina isaafis deggersi kan barbaachisu ta’u Cumaan dubbatanii jiru.

Akkuma tarkaanfii jijjiramaa fudhataa deemaniin qormaanni yeroo mara akka jiraatu ibsanii waan guddaan garu kallattii irra deeman irraa ija buqqifachuu miti jedhu.

Qormaata yeroo ammaa Itiyoophiyaa mudate keessaa tokko sababii walitti-bu’insaan uummanni manaa fi qe’e ofii irraa godaanuu kanaafis gargaarsii hatattamaa gaafatamuu ibsan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:56 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG