Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Gocha Saamichaa fi Reebichaa Afriikaa Kibbaatti Raawwateen Itiyoophiyaa Saamaman’ Lammilee Itiyoophiyaa Afriikaa Kibbaa


(Suuraa faayilii)

Gocha Saamichaa fi Reebichaa lammilee afriikaa kaan irratti xiyyeeffateen Afriikaa kibbaa ka jiraatan lammilee Itiyoophiyaarra sammichi akka dhaqqabuu dubbatan Gocha kamisa darbe kana jalqabeen lammileen Itiyoophiyaa naannoo magaala Darbaan jiraatan dukkaan isaanii samamuu fi gubachuu himanii jiran.

Imbaasiin Itiyoophiyaa ammas yeroon yeroo filannoo waan ta’eef of eeggannoo dabarsee jiraa Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:02 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG