Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fixiinsii Rwaandaa Ennaa Yaadatamu


Ajjeechaan duguuginsa sanyii bara 25 dura Ruwaandaa keessatti geggeessame, kan irra-jireessi gosa Tutsii irraa tahan uummata kuma dhibba saddeet galaafate.

Eega sanaa, Ruwaandaan manca’insa hamaa kana keessaa ba’uuf tarkaanfii gaarii argamsistee jirti. Akka Baankiin Addunyaa jedhutti, dingadeen biyyattii, eega bara 2003 as, dinagdeen biyyattii dhibba irraa harka jahaa haga saddeetiitti guddataa jira.

Paarlaamaa Ruwaandaa keessatti, lakkoobsi miseensota dubartootaa dhibba irraa harka jaatama - Addunyaa irratti tokkoffaa dha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG