Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo bara 2020ti Pirez.Tiraampi irraa mootummaa fudhachuuf demokiraatota 20tti dorgommiitti jira,Joe Biden hardha itti darame


Former Vice President Joe Biden speaks at the Biden Courage Awards, March 26, 2019, in New York.
Former Vice President Joe Biden speaks at the Biden Courage Awards, March 26, 2019, in New York.

Amerikaan pirezidaantii filachuuf bultii 558ti ala jiraaf.Demokiraatota keessaa itti aanaan pirezidaanti Amerikaa ka durii, Joe Biden, pirezidaantii Amerika ka ammaa, Doonaldi Tiraampi Amerikaa ‘buraaxessuutti jiraa’ jedhee bara 2020 irratti mootummaa irraa fudhachuuf hardha labsate.

Akka herrega Baaydenitti namii ufi millatee ganna ganna “4n dabran Tiraampi Amerikaa waliin borce jedha,” jedhe.

“Yoo ammoo ganna 8 akkanatti itti lakkimne biyya teenna tana akka dhowwee gara isiin lammeessoo keessaa hin baane keessa buusee biraa deema adoo arguu itti hin lakkisuu tanaaf dorgme,” jedhe.

Baayden nama ganna 76 godina Delwerii keessaa sentera filatan.Obaamaa waliin dorgomee jalaa jigeee eegee ammoo Obaamaa itti aanaa tolfatee ganna 8 waliin hojjatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG