Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoota Harka Lafa Jalaan Hacuuccaa Walabummaa Amantii Geggeessan


Gurmuun mirga walabummaa tiksu ka Yunaayitid Isteetis tokko ibsa har’a baaseen kanneen otuu wal-irraa hin kutiin harka lafa jalaan hacuuccaa walabummaa amantii geggeessan – jechuudhaan, maqaa biyyoota kudha jahaa tarreessee jira.

Koomishinni Yunaayitid Isteetis ka Walabummaa Amantii Sadarkaa Addunyaa gabaasaa har’a baase kana keessatti Chaayinaan biyyoota hacuuccaa amantiin sadarkaa tokkoffaa irra jiran keessaa tokko akka taateetti galmeesse.

Musliimota Ugaas kuma dhibba saddeet tahan mana hidhaatti naqxee, kanneen miliyoona lama tahan immoo mooraalee keessatti uggurtee kaa’uu ishee ka dubbatu – gareen walabummaa amantii falmu kun, “hundinuu badii tokko malee, sababaa amantii isaaniif Chaayinaa keessatti hiraarfamaa jiru” jedha.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG