Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mirgii Keenya Haa Eegamu: Shofeerota Baahir Daar


Guutuummaa Itiyoophiyaa keessatti ajjeechaa fi ukkaamsaan shofeeroota irratti dhaqqabu mootummaan akka dhaabsisuu hiriirri gaafatu magaala Baahir Daar keessatti Wiixata Ebla 29 bara 2019 gaggeeffamee jira.

Hiriira kana kan gaggeessan shofeeronni konkolaataa gurguddaa ykn fe’umsaa akka jedhanti miidhaa nu irratti gaggeeffamu mootummaan hin dhaabsisuu taanaan hojii dhaabna jedhan.

Angawaan waajiira nagaa fi nageenyaa bulchiinsa naannoo Amaaraa deebii kenniin rakkoo shofeeronni himatan dhugaa ta’u fi hatattamaan furmaata kan argatu ta’u ibsan.

Gabaasa guutuu Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:31 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG