Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattootni Naannoo Amaaraa, Uummata Gumuz Lakkoofsi Isaanii Qulqullaahee Hin Beekamne Ajjeesan: Biiroo Nageenyaa fi tasgabbii Naannoo Benishaangul Gumuz


Itoophiyaa map

Biiroon Nageenyaa fi tasgabbii Naannoo Benishaangul Gumuz, hidhattootni Naannoo Amaaraa, uummata Gumuz, Godina Hawwii Aanaa Jaawwii jiraatan ammaaf lakkoobsi isaanii qulqullaahee hin beekamiin ajjeese jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Dhimma kanarratti anga'oota Mootummaa Naannoo Amaaraa wajjin bilbilaan walitti dubbachuu isaaniis hoogganaan biiroo sanaa Obbo Abaraa baayyataa. dubbatanii jiran. Haalli tasgabbaa'aa fakkaata, jedhanii rakkoon itti uumametti mootummaan Naannoo Amaaraas tahe Federaalaa akka namoota yakka kana raawwatan seeratti dhiyeessu gaafatanii jrian, Obbo Abarraan.

Naakoor Malkaa tu aangawicha dubbisee, Ambo irraa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:50 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG