Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan Eegii Mootummaan Dr Abiy Ahmed Biyya Bulchuu Jalqabee Marsaa interneetii Isii Durii Cufan 260 caala Banatte


FILE - Journalists and activists march during World Press Freedom Day, May 3, 2018, in Nakuru, Kenya.
FILE - Journalists and activists march during World Press Freedom Day, May 3, 2018, in Nakuru, Kenya.

Guyyaan hardha ka gaazexeessitootaati. Dhiphuu fi bal’inna gaazexeessitota irratti mari’atan.Addunyaa keessatti qophii gugurdoo 100 taatutti guyyaa pireessii addunyaa kana ulfeessuutti jiran.Tana keessaa tokko Finfinne.

Akka itti gaafatamtuun biiroo odeeffannoo muummee ministera Itoophiyaa, Billeen Siyyum jettetti Itoophiyaa mirga dubbachuu fi barreessuu jabeessuuf seera lama irratti hojjachuutti jirti.

Tokko afaan hammeennaa, jibbaa fi oduu dharaa ta dhugaa tolchanii media irratti lafaan qabachuu diqqeessuuf hojjachuu.

Eegii muummeen ministera Itoophiyaa bara 2018 Itoophiyaa harkatti deeffatee akka koreen mirga gaazexeessitotaa jetti gaazexeessaam gumaan tokkolleen hidhaa jiru.

Eegii innii dhufee marsaa interneeti(website) 260 caala ka durii cufanitti banamee gaazexeessitota hedduutti biyyatti gale.Taatullee ammallee wannii hujii gazexessita irraa rakkisaa hedduutti jira akka gabaasa Koree Gaazexeessitootaa,Committee to Project Journalists) CPJ.



Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG