Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormitoonni Sudaan Soommana Keessas Mormii Itti Fufanii Jiran


Dargaggoonni Sudaan kanneen fedhii ofiin bobba’an mormitoota Kaartuum kanneen ala taa’uun mormii dhageessisuu itti fufaiif daabboo hiraafii turan. Kaan immoo alaabaa Sudaan mirmirsaa deggersa qaban mul’isaa turan.

Sudaan keessatti yeroon yeroo sooma Ramadaanaa ti. Mormitoonni kumaan laka’aman erga baatii Ebla qabee ala taa’uu dhaan bulchiinsi waraanaa akka xumuramu gaafataa jiran, kan manatti ol deebi’uuf qophee ta’e waan hin jiru hun fakkaatu, kan immoo mormii sana irra waan turaniif humna dhabanii jiran.

Mormitoonni soommana hiikuuf uummata kuma lamaa oliif nyaata dhiyeessuuf qindeessanii jiran.

Aduun saafaa hedduu gubu iyyuu mormitoonni kun hamma jijjiramni dhugaa mootummaa keessatti arganitti mormii kan itti fufan ta’uu dubbatu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG