Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Gabaasi Doolaara Biliyoonaan Kasaaran Jedhu Dhara Jedhan


Prezidaant Doonaald Traamp bara 1985 fi 1994 keessa doolaara biliyoona tokkoo ol kasaaran jedhu fudhatama dhabsiisanii jiran.

Ergaa tweeter maxxansanii prezidaantichi gabaasi gaazexaa New York Times odeeffannoo dullacha ittiin jedhanii oduu sirrii hin taane kan kijibaa ti jedhan. haa ta’u malee waggoota kurnan darban keessaa saddeet dilaala hin federaalaa hin baasne ka jedhu hin falmin hafan.

Bara 2016 ennaa prezidaantummaaf dorgoman akka nama dureessa doolaara biliyoonaan laka’amutti of himaa turan. Faallaa prezidaantota US duraanii kurna arfan darbanii dilaala federaalaa kan duunfaa isaanii itti kafalan ifa baasuuf tola hin jedhin hafan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG