Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu’iinsa Asalaatti Muudatee Ture Koreen Hundeeffamee Qorataa Jira: waajiira Polisii


Walitti bu’iinsa tibba kana Magaala Asalaatti mudatee du’a Lubbu namaa fi miidhaa qaamaaf sababa ta’e keessa kaneen harka qaban jedhee shakke tohanaa jala oolchuu isaa Qajeechi poolisii Bulchiinsa Magaala Asala beeksise.

Gareen waliini dhimma kana qoratus addatti hundaaye kan hojjatamaa jiru akka ta’e himamee jira.

Gabaasa Muktaar Jamaal Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:22 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG