Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waaltaan Dubartoota Yemen Deggeru Hundeeffame


Wal waraansi hamaan waggoota afurii kan Yemen keessaa dubartootaa fi durbootatti jireenya hammeessee jira. Hedduun isaanii abboonni warraa waan irraa du’aniif muuxannoo hojii fi barnoota utuu hin qabaatin qofaa isaanii maatii ofii deggeruuf dirqaman.

Ganda gammoojjii baadiyyaa Yemen tokko keessatti jarmayaan gargaarsaa Yunaayitid Isteetis kan “International Rescue Committee” jedhu waaltaa dubartoota fi dudrboota rakkoof saaxilamaniif leenjii hojii kennu hundeessee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:11 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG