Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dilaalli Ameerikaan Chayinaa Irraa Irra Keesse Dinagdee Dhaaf Gaarii Dha: Prezidaant Doonaald Traamp


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Dilaalli Ameerikaan meeshaalee Chayinaa galu irra keesse gabaa biyyoota kamiinuu raasaa jira. Dilaalli oomisha Chaayinaa irratti dabalamuun Ameerikaaf gaarii ta’uu dubbatu Prezidaantiin Ameerikaa.

Chaayinaanis gama isheetiin tarkaanfii fudhatteen dilaala dhibba irraa harka 25 oomisha Ameerikaa kan biliyoona 60 baasu irra keesseetti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG