Xurree ittiin seenan

Breaking News

Deggertoonni Omar al-Bashir Biyya Jeeqaa Jiru: Waraana Yeroo Ce’umsa Sudaan


Bulchiinsi waraana yeroo ce’umsaa kan Sudaan deggertoonni mootummaa prezidaantii aangoo irraa darbaman kan Omar al-Bashir tattaaffii mootummaan siviliin hoogganamu akka hundeeffamuuf godhamu danqan jechuun qeeqee jira.

Qeeqi kun kan dhaga’ame bulchiinsich fi gamtaan mormitootaa kan “Declaration of Freedom and change” jedhu dhimmootii ijoo lama jechuunis aangoon waraanaa fi sivilii wal madaalu qaama ce’umsaa keessa attamiin jiraachuu akka danda’u akkasumas filannoo dura yeroon ce’umsaa hagam dheerachuu akka qabu irratti mari’achuuf har’a ennaa wal ga’uuf jiranitti.

Dubbi himaan bulchiinsa waraana yeroo ce’umsaa harcaatonni mootummaa dullacha ta’ee warraaqsicha irratti qiyyaafachuu dhaan hookkara kaasuu fedhu jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG