Xurree ittiin seenan

Breaking News

US fi Itoophiyaan Qabeenna Uumama Itoophiyaa Guddisuuf Waashington, DC Keessatti Mari'atan


Marii Itoophiyaa fi USA

Amerikaa fi Itoophiyaa karaa qabeenna uumama Itoophiyaa guddisaniin irratti ministera haajaa alaa Amerikaa WDC jirutti mari’atan.

Mariin tun karaa investimentii fi daldala Itoophiyaan qabdu addunyaatti himaniin ka Itoophiyaan ittiin hojjachuutti jirtu jabeessa.

Qabeennii Itoophiyaa Afrikaayyuu hin badhaasa jedhanii mariitti jiran. Qabeennii kun qonnaa,misooma,inerjii if industirii guddisuuf seerallaa itti wayyeessanii hujiitit jiran.

Marii tana irratti ambaasaadder Fitsum Areggaa,ambaasaadder Tiibor Naazhi,biiro muummee ministera Itoophiyaatii ammoo Doktor Iqubaay Arkebee faatti itti dhufe.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG