Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dullii Waraanaa Haaraan Yoo Jalqabame Amerikaan Gatii Guddaa Baasuf Jirti: Angawaa Iraan


Misaa’eelli Iraan kan fageenya gabaabaa furguggifamu akka salphaatti doniwwan waraanaa kanneen Galoo Parshiyaa keessaa kan dhaqqabu ta’u misensii gameessa waardiyyoota warraaqsa kan Iraan beeksisanii jiru.

Qondaala itti aanaa kan waardiyyaa warraaqsaa Mohammad Saaleh Jokar kana kan dubbatan Iraan fi Amerikaa giddutti muddamsii hammaataa yeroo dhufe kanatti ture.

Amerikaan kutaa sana keessatti doniwwan waraanaa fi waraana ishee dabalaa kan jirtu yoo ta’u kunis Iraan irra uggura jiru jabeessuun sodaa Iraan ofaa jirtu dura dhaabchuuf ta’uun beekamee jira.

Bishaan galoo galaanaa pershiyaa addunyaa irratti kanneen tarsimoo qabeessa ta’an keessaa tokko akkuma ta’e oomishinii zayiitii boba’aa addunyaan qabdu sadii keessaa harkii tokko achiin darba.

Dullii waraanaa haaraa ka’u gatii inni nama baasiisu Amerikaan baasuu hin dandeessu kan jedhan Jokar daafoon isaas dhiyeessii zayiita boba’aa addunyaa irratti dhiibbaa qabaata jedhan.Yoo wal waraansii jalqabame addunyaatu rakkata jedhan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG