WAASHINGITAN, DIISII —
Afriikaan addunyaa irraa ardii ariitii dhaan gara magaalaatti jijjiiramaa jirtu ta’uun ibsamee jira.
Waggoota kudha shanan fullee keenyaa keessatti magaalaalee addunyaa irratti akkaan guddatuu jechuun tokkummaan mootummootaa tilmaamaman kudhan Afriikaa keessaa ta’uuf jiru.
Rakkoon guddinni ariifataan akkasii mudatu maali? Gabaasa guutuu caqasaa.