Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormiin Sudaan Keessaa Ittuma Fufe


Jeneraalotaa fi hiriirtota mormii kanneen prezidaantii Sudaan duranii Omar al-Bashir aangoo iraa fonqolchuuf dhiibbaa godhan walii galtee irra hin ga’in waan hafaniif jecha mormiin Kaartuum keessaa har’as itti fufuee oole.

Mariin inni boodanaa kaleessa galgala geggeessame. Jeneraalonnii fi hiriirtonni mormii qooda waraanni ce’umsa mootummaa siivilii keessatti qabaatu irratti addaan qoodaman.

Hiriirtonni mormii al-Bashiriin aangoo irraa darbanii mana hidhaa galchanis mormitoonni immoo jeneraalonni aangootti cichanii seera mootummaa al-Bashir irra hedduu bakkatti dhiisu sodaa jedhu qabu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG