Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Biyya Bulchu Kan Hindee Filannoo Geggeessamaa Jiru Sagalee Ol aanaa Argatee Dursaa Jira


Muummicha ministeeraa Narendra Moodii
Muummicha ministeeraa Narendra Moodii

Ba’iin duraa kan filannoo walii gala Hindii akka mul’isutti paartiin biyya bulchu kan muummicha ministeeraa Narendra Moodii waan injifate fakkaata.

Sagaleen uummata miliyoona 600 gara boodaa laka’amee kan xumuramu ta’us paartiin Janata BJP barcuma paarlaamaa 292 argachuun dursaa kan jiru yoo ta’u, Congress Party-n immoo baruma 50 argatee jira.

Dubbi himan BJP Narashima Rao sagalee argametti gammaduu isaanii ibsanii jiran.

Waajjira isaanii fuulleettti duruu hojjettoonni paartichaa sirbaa, alaabaa mirmirsaa,gammachuu isaanii ibsaa jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG