Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waltajjii Marii Obbolumma Oromoo fi Afaar


Waltajjii Marii Obbolumma Oromoo fi Afaar, Adaamaa
Waltajjii Marii Obbolumma Oromoo fi Afaar, Adaamaa

Waltajjiin marii Obbolumma Oromoo fi Afaar har’a magaalaa Adaama Galma Abba Gadaatti geggeeffamee jira.

Kan marii kana irratti haasawa godhan itti-aanaa prezidaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa – Obbo Shimallis Abdiisaa, “Hawaasni Oromoo fi Afaar Ummata aadaa fi dudhaa heddun walitti hidhata qabuu fi rakkoof gammachuus waliin dabarse” jechuun, obbolummaa kana cimsuun deemsa barbaachisaa tahuu dubbatan.

Muktaar Jamaal tu Adaamaa irraa gabaase. Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG