Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaan Samii Irraan Garreen Golis Irrati Raawwate Shorokeessota Galaafate


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Waaltaan ajajaa Yunaayitid Isteetis kan Afriikaa mootummaa Federaala Somaaliyaa waliin ta’uu dhaan mannii al-Shabab kan Somaaliyaa gaarren Goliis keessaa kaleessa qilleensa irraan haleelee jira.

Haleellaan samii irraan ISIS Somaaliyaa fi al-Shabab gaarreen Goliis keessaa irratti ennaa raawwatu kun yeroo ja’affaa dha.

Haleellaan samii irraan raawwatamu Somaaliyaa keessatti fooya’inni walitti aane akka jiraatuuf yeroo dabalataa kennaaf jechuu dhaan ajajaan waraana humna qilleensaa Yunaayitis Isteetis fi itti aanaa daayrikterri duul waaltaa ajajaa Yunaaytid Isteetis kan Afriikaa Brgaadeer Jeneraal Roobert Hustoon dubbataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG